Home2022August (Page 7)

August 2022

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 17/2022 - Godina Shawaa Bahaa aanaa Boosatitti haleellaa “garee hidhattoota naannoo Amaaraa irraa dhufan” raawwataniin lubbuun namoota hedduu darbuun jiraattotni fi bulchaan Aanaa Boosat Addis Standarditti himaniiru. Ganda Hadheechaa jedhamuun beekamutti haleellaa gareen kun raawwateen yoo xiqqaate lubbuun namoota saddeet darbuu

Read More

Gammadaa Olaanaa, gara bitaa irraa lammaffa irra kan jiru, Miidiyaa Hawaasa irratti beekamtii guddaa kan qabu yoo ta'u duula Miidiyaa Hawaasa irratti gaggeessaa warra turan keessa tokko, innis hoggantoota Safaricom dubbisee jira.Suuraa: Feesbuukii Gammadaa Olaanaa Finfinnee, Hagayya 15/2022- Safaricom Oromiyaa irraa mormii guddaan isa muudataa jira. Mormiin kunis dhaabbatichi

Read More

Finfinnee, Hagayya 16/2022- Dhaabbatni Warqee fi Koopperii KEFI baatii Onkoloolessaa keessa hojii albuuda warqee Tullu Kaappi eegaluuf aanga’oota Itoophiyaa waliin ‘karoora irra deebi’ee mirkaneessee jira’ jedhe. Kana malees muummichi ministeera Itoophiyaa baankota faayinaansii pirojektii lama kanneen pirojektii warqee KEFI’n Itoophiyaatti hojjetu irratti doolaara Ameerikaa

Read More