Home2022August (Page 12)

August 2022

Picture: AP/Archive 2018 Finfinnee, Hagayya 03/2022 - Ministirri Muummee Somaaliyaa hogganaa itti aanaa garee hidhattoota Al-Shabaab kan ture Muktaar Roobow Ministira Dhimmoota Tola ooltummaa fi Amantaa biyyattii gochuun muude.  Ministirri Muummee Haamzaa Abdii Baaree Kibxata darbe masaraa Pirezidaantii Somaaliyaa  keessatti kaabinee isaa haaraa yeroo ifoomsu Abu Mansuur

Read More

Finfinnee, Hagayya 3/2022- Ergamtoonni addaa Gamtaa Awurooppaa fi Ameerikaa xalayaan Pirezidaantii Naannoo Tigraay Dabratsion irraa “Namoota tajaajila deebisuuf hojjachuu qabaniif wabii nageenyaa kan kennu Mootummaa Itoophiyaaf ergame” nu gaheera jedhan. Ergamaan Addaa Ameerikaa Maayik Hamer, Bakka Bu’aa Addaa Gamtaa Awurooppaa Gaanfa Afrikaa Aneti Weber, Itti Aanaa

Read More