Home2022August (Page 11)

August 2022

Finfinnee, Hagayya 6/2022-Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa maallaqa biyya alaa biyyoota adda addaa karaa seeraan alaa socho’aa ture gargaasa hawaasaa fi qaamolee nageenyaa waliin ta’uun magaalaa Finfinneetti Jimaata Hagayya 5, 2022 to’achuu ibseera. Tarkaanfii kanaan  Doolaara Ameerikaa 27, 491, Yuuroo 15, 325, Paawundii Isteerliingi 680 , Nakqaa Eertiraa

Read More

Finfinnee, Hagayya 05/2022 - Walitti bu'iinsa daangaa Naannolee Oromiyaa fi Somaaliyaatti baatii tokko dura uumameen jiraattota Godina Baalee, Aanaa Dalloo Mannaa, Ganda Gurraa Dhaamolee 8,759 qe'ee isaanii irraa buqqa'uu gabaasni haaraa bahe mul'iseera.  Akka Addis Standard Adoolessa 18 gabaasetti, walitti bu'iinsa uumameen "qaamolee hidhatan" naannoo Somaalee

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 04/2022 - Yuunivarsiitiin Boongaa sababa ifatti hin ibsamneen barattoota Oromoo 54 barnoota isaani irraa ari’uun dhagahame. Yuunivarsiiticha keessatti tibbana barataan waggaa 1ffaa Muummee Saayinsii Uumamaa Darajjee Maammoo jedhamu fannifamee argamuu hordofee waa’een barataa kanaa akka qulqullaa’uuf barattoonni Oromoo bifa garaagaraan gaafachaa

Read More