Home2022July (Page 9)

July 2022

Finfinnee, Adoolessa 11/2022 - Magaalaa guddoo Naannoo Beenishaangul Gumuz  Asoosaatti Jimaata, Adoolessa 08 irraa eegalee imalli galgalaa daangeffamuu qajeelcha poolisii bulchiinsa magaalattii beeksise. Akka gargaaraa komishinaraa qajeelcha poolisii magaalattii Bushraa Alqariib jedhetti, nageenya uummataa eeguuf qaamolee nageenyaa hunda waliin qindoominaan hojjatamaa kan jiru yoo ta’u, haala

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin  Finfinnee, Adoolessa 07, 2022 - Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee himatamtootni 17 galmee Qaasiim Abdullaahi jala himata “Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa hundeessuu” jedhuun himataman har’a Adoolessa 07, 2022 Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhiyaataniiru. Oolmaa dhaddacha guyyaa har’aatin himatamtootni himata Abbaan Alangaa dhaddacha darbe

Read More