Home2022July (Page 7)

July 2022

Naatinaa’eel Fiixeetiin  Finfinnee, Adoolessa 18/2022 - Walitti bu’iinsa daangaa naannoo Oromiyaa fi Somaaleetti uumameen jiraattoonni ganda tokkoo guutuu kumaatamaan lakkaawwaman buqqa’an. Jiraattoonni Godina Baalee Aanaa Gurraa Dhaamolee irraa buqqa’an akka jedhanitti “hidhattoonni” naannoo Somaalee irraa ce’anii dhufan gargaarsa namoomaa akka isaan hin qaqqabne fi gabaa akka

Read More