Home2022July (Page 6)

July 2022

Naatinaa'el Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Adoolessa 21/2022 - Qorattoonni Yuunivarsiitii Finfinnee qorannoo gaggeessaniin qoricha dhibee muka bunaa gogsu fangasii baayooloojii fayyadamuun ittisu danda’u argachuu beeksisan. Argannoon qorattoota kunneen kun Itoophiyaan dhibee bunaa dabalatee dhibeewwan biqiltuu garaagaraa ittisuuf qoricha alaa galchitu fangasii ‘Tiraayikoodaarmaa’ jedhamu bakka bu’uu kan

Read More

Firaa’ol Barsiisatiin  @FiraolBer Finfinee, Adoolessa 20/2022- Hoggantoonni paartilee Gamtaa Paartilee Mormitootaa dhiyeenya hundeessanii miseensota hawaasa dippilomaasii waliin Imbaasii Ingilizii Finfinnee jirutti mari’atan. Walgahii kana irratti qondaaltonni sadarkaa olaanaa Kongirasii Federaalawaa Oromoo (KFO), Adda Bilisummaa Oromoo(ABO), Adda Bilisummaa Biyyoolessa Ogaaden (ABBO), Aranaa Tigraay, Paartii Ummata Affaar( PUA),

Read More

Alamituu Hoomaatiin @alemituhoma Finfinnee, Adoolessa 19/2022- Manni Murtii Aanaa Buraayyuu iyyannoo qaamabilisa baasuu (Habeas corpus) qondaalonni ABO afran Mikaa'el Baqqalaa, Daawit Abdataa, Lammii Beenyaa fi Gadaa Gabbisaa dhiyeessan ilaaluun akka hiikaman murteessuu abukaatoon isaanii Addis Standarditti hime. Haata’u malee murtiin kun raawwatamee hoggantootni kunneen hidhaa irraa hiikamuuf

Read More