Home2022July (Page 10)

July 2022

Finfinnee, Adoolessa 07/2022 - Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa kaleessa walga’ii addaa dhimmoota haala nageenyaa biyyattii, dhimma hokkora fi ajjeechaa Oromiyaa, Gaambeellaa, Naannoo Kibbaa, Beenishaangul Gumuz, Afar, Amaaraa fi kutaalee biyyatti baay’ee keessatti raawwataman irratti xiyyeeffate gaggeessaniiru. Ibsichi Naannoo Tigraay hin eerre.  Mana Marichaa “lammiilee

Read More

Finfinnee, Adoolessa 06/2022 - Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa gatii boba’aarratti daballii taasisuu beeksiseera. Bu’uruma Manni Maree Ministirootaa walgahii idilee 3ffaa Amajjii 08, 2022 gaggeesseen gatii oomishaalee boba’aarratti sirreeffama gatii fi hojiirra oolmaa deeggarsa taasisuuf yaadamee eegalchiisuuf hojiin qophii duraa hojjatamaa tureen daballiin gatii

Read More

Finfinnee, Adoolessa 6/2022-Dhaabbata falmaa mirgoota namoomaa idil addunyaa Hiyumaan Raayits Waach, hokkoraa fi sarbiinsa mirga namoomaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru sababa waraana Kaaba Itoophiyaatti gaggeeffameen xiyyeeffannoo isaaf malu dhabee hammaachaa jira jedhe barruu Adoolessa 4,2022 baaseen.  Ajjeechaa mallattoo sochii warraaqsa uummata Oromoo weellisaa Haacaaluu Hundeessaa hordofee

Read More