Home2022June (Page 11)

June 2022

Naatinaa’eel Fiixee tiin Finfinnee, - Naannoo Oromiyaatti Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaalleetti hongeen ji’ootaaf ture hanqina nyaataa uumuun hawaasa rakkoo guddaadhaaf saaxilee jira jedhu jiraattotni. Hongeen kun erga naannichatti mul’ate ji’oota hedduu darbuus sababa walitti bu’iinsa daangaa fi ajjeechaa Abbootii Gadaatiin walqabatee xiyyeeffannoo argachu malu dhabee

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin Finfinnee, Waxabajjii 03/2022 - Konkolaachisaan Ambulaansii Waajjira Fayyaa Aanaa Qu'aaraa namoota 21 Naannoo Oromiyaa fi Sabaaf Sablammoota fi ummattoota Kibbaa irraa dhufan fe'ee seeraan ala gara Sudaan ceesisuuf geejjibsiisaa ture irratti himata daddabarsa namootaa seeraan alaa fi malaammaltummaan himatamuu waajjirri Kominikeeshinii Aanaa Qu’aaraa beeksise. Konkolaachisaan

Read More

Finfinne, Waxabajjii 2/2022- Riqicha Godina Gujii Bahaa fi Naannoo Somaalee Godina Daawwaa walqunnamsiisu irra deebiin ijaarame bakka aanga’oonni olaanoon godinaalee lamaanii argamanitti eebbifamuu gabaafame.  Riqichi kun bara 2019 miidhaa rooba cimaa godinaalee lamaan keessa roobeen irra gaheen tajaajila kennu dhaabee ture. Bulchaan itti aanaa Godina Daawwaa

Read More