Home2022June (Page 10)

June 2022

Suuraa: Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Baatee Naatinaa’el Fiixee tiin  Finfinnee, Waxabajjii 7/2022- Namootni kutaalee biyyattii adda addaarraa sassaabamuun karaa daddabarsitoota seeraan alaatin gammojjii qaxxaamuruun gara Jibuutii imaluuf yaalan Aanaa Baatee bakka Habilaaloo jedhamutti qindoomina miseensota Poolisii Aanaa Baatee fi qaamolee Raayyaa Ittisa Biyyaatin to’annoo jala akka oolfaman

Read More

Naatinaa’el Fiixee tiin  Finfinnee, Waxabajjii 7/2022 - Naannoo Kibbaa Aanaa Addaa Burjii keessatti namootni sagal dhagaa fi uleen haleelamanii ajjeefamuu gabaafame. Ajjeechaan kun kan raawwatame Sanbata darbe Waxabajjii 4, 2022 magaalaa Soyaamaa keessatti iddoo gabaatti akka ta’e ‘DW Amharic’ gabaaseera. Kanneen ajjeefaman ala namoota 21 irratti

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 6/2022 - Paartilee mormitoota kudhan adeemsa raawwii marii biyyaalessaa irratti komii qabna jedhan ibsa kaleessa Waxabajjii 5 baasaniin, “garaagarummaa yaadaa mootummaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu gidduu jiru ilaalcha keessa galchuudhaan, gamtaa yaada fi tarsiimoo sirna dimokiraasii dhugaa gadi dhaabuudhaaf ta’u ‘Gamtaa Paartilee Mormitootaa

Read More