Oduu: Gaazexeessaa Muhayaddiin Abdullaahi, Wabiin Hiikame
Iteenash Abbarraatiin Finfinnee, Caamsaa 20/2022- Miidiyaa Hararii, Ejeenisii Sab-quunnamtii Naannoo Hararii keessatti Gulaalaa fi Gaazexeessaan Afaan Oromoo Muhayaddiin Abdullaahi,turtii guyyaa sagalii booda kaleessa wabiidhaan hiikame.Muhayaddiin ‘Dhugaa gabaasuu’ kootiin doorsifamaan ture jechuun Addis Standarditti hime. Akka Muhayaddiin jedhutti hidhaan isaa doorsisa irra gahaa ture wajjiin walqabata. Dhimma Gondaritti