Oduu: Itoophiyaan baatii lama keessatti lammiilee 28,000 Sa’uudii irraa gara biyyaatti deebifte
Darajjee Gonfaatin @DerejeGonfa Finfinnee, Caamsaa 27/2022 - Ministeerri Dhimma Alaa Ityoophiyaa baatilee lamaan darban keessatti lammiilee Itoophiyaa 28,000 ta’an kanneen manneen hidhaa Sa'uudii Arabiyaa keessatti rakkachaa turan gara biyyaatti deebifamaniiru jedhe. Lammiileen Itoophiyaa manneen hidhaa Sa'uudii Arabiyaa addaa addaa keessatti argaman mootummaan akka gara biyyaa isaan