[vc_row css=”.vc_custom_1639724214391{margin-top: 20px !important;}”][vc_column width=”2/3″]
[/vc_column][vc_column width=”1/3″][/vc_column][/vc_row][vc_row][vc_column]Miidhaa godinicha keessatti sababa hongeen qaqqabe (Suuraa: Jiraattota) Finfinnee - Rakkoo hongeen irra deddeebiin naannoo Somaalee Godina Dawaatti mudate kun kanaan
Hoggantoota ABO mana hidhaa keessaa dhabaman (Suuraa: Miidiyaa hawaasaa, OMN) Finfinnee, Ebla 22/2023 - Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) mootummaan hoggantoota isaa
Hokkora Masjiida Anwaaritti uumame, (Suuraa:DW) Finfinnee - Humni waloo nageenyaa fi tasagbbii federaalaa hokkora masjiida guddicha Anwaaritti Jimaata kaleessaa mudateen walqabatee
Finfinnee, 12, 2023 - Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo aanaa 1ffaa iddoo Riqicha Qoshee jedhamuun beekamuutti namoonni muka daakamaa (saagaaturaa) daakuu
Utow Ukot Finfinnee, Guraandhala 09/2023 - Hidhattoonni gosa Murlee biyya Sudaan Kibbaa irraa gara Itoophiyaa, naannoo Gaambeellaatti ce’an namoota lama
Finfinnee, Onkoloolessa 4/2022 – Lakkofsi namoota maaree jaldeessaan qabamanii 120 gahuu Dhaabbata Mooutmmaa Gamtoomaniitti Koomishinii Olaanaan Dhimma Baqqatttootaa ( UNHCR)
Finfinnee, Sadaasa 28/2022 - Sababa waldhabdee fi walitti bu’insa akkasumas hongee kutaalee Itoophiyaa hedduu itti fufiinsaan miidhaa jiraniin barbaachisummaan gargaarsa
Finfinnee, Sadaasa 29/2022 - Dubbi himaan Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) fi miseensi jila marii nagaa Tigraay Geetaachoo Raddaa humnoonni
Finfinnee, Amajjii 10, 2023 - Atileetii gameettii fi Pireezidantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa, Deerartuu Tulluu, jila atileetota dhalattoota Tigraay maatii isaanii
Finfinnee, Sadaasa 28/2022- Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti hoggantoonni weerara lafaan shakkaman hoggantuu bulchiinsa lafaa Habiibaa Umar dabalatee namoonni shan barbaadamaa
Finfinnee, Mudde 27/2022 - Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balallii idilee gara Maqalee taasifamu boru Mudde 28/2022 irraa akka eegalu Hogganaa Olaanan
Miidhamaa rakkoo hongee tokko godina Booranaa, magaalaa Yaa'aballoo, kaampii buqqaatotaa Elwayaa keessatti daakuu gargaarsaa baatee deemu Biruuk Alamuu fi Madihaanee Iqqubaamikaa’eliin Yaa’aballoo,
Caption: Hogganaa Waliigalaa Qulqulluu Sinoodoosii kan ta'an qulqullummaa isaanii Abuna Abrahaa, wayita kaleessa galgala ibsa dubbisaa jiran. Suuraa: Maahibara Qiddusaan Finfinnee,
Finfinnee Sadaasa 26, 2022 - Itoophiyaatti bakka buutuun Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi qindeessituun gargaarsa namoomaa Kaatiriin Soozii erga Tigraay daawwattee
Oyiruu qonnaa Abdulnaasir Abdullaahii, Magaalaa Lakkoo Finfinnee, Sadaasa 19/2022- Gabaasni haaraa Mootummoota Gamtoomanii baase rakkoon jijjiirama qilleensaa jiruu fi jireenya
Saamamee kan manca’ee, kilinika Dabra Abbay Finfinnee, Sadaasa 22/2022 - Sababa waraana kaaba Itoophiyaatti naannoolee Tigraay, Affaariii fi Amaaraa keessatti deemaa
Sorry, the comment form is closed at this time.